SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
What are feral and invasive animals in Australia? - Bineesotni daggalaa(feral) fi weerartootni Australia keessaa maal? - Australia Explained
Feral and invasive animal species are causing significant damage to Australia’s environment and threaten the existence of many native wildlife species. In this episode of Australia Explained learn about feral and invasive animal species in Australia and what is being done to control them. - Gosoonni bineensota bosonaa(mana irraa daggala galan- feral) fi weerartootaa naannoo Australia irratti miidhaa guddaa geessisaa kan jiran yoo ta’u, jiraachuu gosoota bineensota bosonaa dur-jireettii hedduu balaadhaaf saaxilaa jiru. Kutaa Australia Ibsuu jedhu kana keessatti waa’ee gosoota bineensota bosonaa kanaa fi weerartootaa Australia keessa jiranii fi isaan to’achuuf maaltu akka hojjetamaa jiru bar
Bonus Practice: #122 Asking someone to take your photo (Med) - Shaakala Dabalaa: #122 Suuraa na kaasi jedhtee nama gaafachuu (Med)- Learn Englsih
Practise speaking the dialogue from episode #122 Asking someone to take your photo - Qophii #122 keessatti kun shaakala dabalataa ti. Namni suuraa akka si kaasu yeroo gaafattu akkaataa itti waa gaafattuu, jechoota dhageessu irraa shaakali.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
#122 Asking someone to take your photo (Med) - #122 Namaan suuraa na kaasi jedhtee gaafachuu (Med) - Learn English
Learn English useful for asking stranger for a little help, including asking someone to take a photo, give directions or help with a bag. - Jechoota afaan Inglishii barbaachisoo tahan, yeroo nama hin beekneen mee suuraa na kaasi jedhtu, si gargaaruu danda'an baradhu. Kanneen akka mee suuraa na kaasi jechuu, ykn akka itti si kaasan itti himtu fi yoo waan si harka jiru naa qabi jedhtee itti laattuufaa dabalatee, walumaa gala waliin dubbatnaa kana ilaallatu baratta.
Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here. #sbsaudiopodcast - Keep practising the ph...
Bonus Practice: #121 Picking up a prescription (Med) - Shaakala Dabalaa: #121 Waraqaa qorsaa fudhachuu (Med)
Practise speaking the dialogue from episode #121 Picking up a prescription(Med) - Waliin dubbatnaa qophii #121 kana shaakalaa, waa'ee waraqaa qorsaa ogeessa fayyaa irraa fudhachuu. Asi keessatti jechoota fi himoota haaraa barattu, ni fooyyeffattus.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
#121 Picking up a prescription (Med) - #121 Waraqaa qorsa ittiin bitattu fudhachuu (Med) - Learn English
Learn English useful for picking up prescription medicine. Practise phrases for filling a prescription, asking how to take medicine, understanding the instructions on a medicine label, and checking possible side effects and interactions with other medicines. - Ogeessa fayyaa kee biraa waraqaa qorsa ittiin bitattu fudhachuu irraa dubbachuun jechoota Afaan Inglishii barbaachisoo tahan baratta. Akkamitti akka argattu, akkamitti qorsa akka fudahttu, akkasumas qajeelfama qorsa itti fudhattu qorsicha irratt barreeffamee jiru kana hunda baruuf waliin dubbannaan taasiftu afaan fooyyeffachuu si gargaara. Qorsa fayyummaaf fudhattu fafa akkam qaba, qorsa kaan waliin akkamiin wal dhaba kana hunda yeroo waliin haasoftu jechoota haaraa hedduu...
What does Kumanjayi mean? Understanding Sorry Business - Kumanjayi jechuu maal: Hubannoo Sorry Busines- Australia Explained
When someone dies, families and communities may have cultural practices and responsibilities around mourning. For many Aboriginal and Torres Strait Islander people, this is known as Sorry Business. There is no single way to observe Sorry Business. Practices differ between communities, families and language groups. Learn about what Sorry Business can involve, what the term “Kumanjayi” means in some Central Australian communities, and how you can show care when someone is grieving. - Yeroo namni tokko du’u maatii fi hawaasni naannoo gaddaatti taatee aadaa fi itti gaafatamummaa qabaachuu danda’u. Namoota Aboriginal fi Torres Strait Islander hedduudhaaf, kun Sorry Business...
Bonus Practice: #120 Going to a wedding (Med) - Shaakala dabalaa: #120 Cidha deemuu(Med) - Learn English
Practise speaking the dialogue from episode #120 Going to a wedding (Med) - Qophii #120 Cidha deemuu jedhu irraa jechoota afaan Inglishii shaakaltu.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
#120 Going to a wedding (Med) - #120 Cidha deemuu (Med) - Learn English
Learn English useful for going to a wedding. Practise asking about the ceremony and reception, talking about gifts and gift registries, and inviting someone as your plus-one. - Cidha deemuu waliin dubbannaa jedhu caqasuun jechoota isin fayyadan barattu. Waa'ee qophichaa fi bakka cidhaa akkasumas kennaa maal akka kennamuu, akkamitti akka kennamu fi nama afeeruu irraa waliin dubbachuun jechoota haaraa fi maayyii baasan baayyee barattu.
Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
- Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz...
Women’s legal services in Australia: Understanding your options - Tajaajila Seeraa Dubartootaa Australia keessaa: Filannoota qabdan hubachuu - AE
Workplace discrimination, gender-based violence and financial inequality—these are just some of the reasons why women need dedicated legal services. You don’t have to navigate the legal system alone. In Australia, free legal services exist to advocate for vulnerable women in ways that are safe, confidential and culturally appropriate. - Loogiin bakka hojii, jeequmsi saalaa irratti hundaawee fi maallaqa irratti wal-qixxummaa dhabuun kun kun hund- sababoota dubartootni tajaajila seeraa of dandanda’e barbaadaniif keessaa muraasa. Seera sirnichaa kophaa kee baruuf dhipachuu hin qabdu. Australia keessatti tajaajilli seeraa bilisa dubartoota rakkoolee adda addaatti saaxilamoo ta’aniif karaa Nageenya qabu, iccitiin eegamee...
Mastering English proficiency: steps to boost your language skills - Ga'umsa Afaan Inglishii qabaachuu"Tarkaanfiwwan dandeettii afaan Inglishii kee guddisan-AE
Learning English can serve as both a requirement for your student visa and a pathway to future academic pursuits. It also has the potential to enhance your career prospects or become a personal goal. With so many study options and informal learning opportunities, there should be few obstacles to improving your English skills. - Afaan English barachuun bartooti hayyama viizaa argachuu isaan dandeessisuutti dabalee barmootaa isaanii kan gara fuulduraaf hordofuufis isaan gargaara. Akkasumas, jireenya isaanii jabeeffachuu ykn waan akeekkan guuttachuuf isaan gargaara. Filmaata barbmootaa heddeuu jiruu fi carree barachuuf mijjatee jiru keessatti danqaalee mudatan irra aanuudhaan Afaan English barbachuun siif...
Bonus Practice: #118 Losing a job (Med) - Shaakala dabalaa: #118 Hojii dhabuu (Med) SBS Learn English
Practise speaking the dialogue from episode #118 Losing a job (Med). - Qophii #118 Hojii irraa hari'amuu jedhu irraa jechoota haaraa shaakalaa.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
Bonus Practice: #119 Talking about hay fever (Med) - Shaakala Dabalaa: #119 Waa'ee hay fever dubbanna(Med)
Practise speaking the dialogue from episode #119 Talking about hay fever (Med). - Waa'ee dhukkuba yeroo daraaraan harca'uu irraa dubbachuun afaan waliin dubbannaa shaakalaa #119 Waa'ee hay fever irraa dubbanna (Med).
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
#119 Talking about hay fever (Med) - #119 waa'ee hay fever dubbanna (Med)
Learn English useful for talking about hay fever. Practise everyday phrases for describing symptoms, talking about medicine, and responding kindly when someone has hay fever. - Waa'ee hay fever(dhibee wanneen daraaraa irraa harca'un nama hubu) irraa dubbachuun afaan barattu. Mallattoo dhibee kanaa fi waa'ee qorsa fudhatamuu, akkasumas nama hay fever qabeen haala toltanii dubbachuuf jechoota akkaataa itti waa ibsitan barattu.
Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
- Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
How people shape change, and why your voice matters | How Australia Works - Akkamiin seera morodu, maaliifis sagaleen kee barbaachise|Akka itti Jireenya Australia
Can a small group change a local council decision? When Julie learns her community library may close, she joins other residents in a campaign to save it. Her story explores how you can take part in Australian democracy by signing petitions, attending community meetings, contacting councillors and voting. - Gareen xiqqaan murtoo gumii naannoo(council) jijjiiruu danda’aa? Julie manni kitaabaa hawaasni naannoo itti fayyadamu cufamuuf akka jedhu gaafa dhageessu, jiraattota biraa waliin ta'uun duula duula cufamuu kana oolchu taasifte. Seenaan ishee akkamitti waraqaa iyyannoo mallatteessuu, walgahii hawaasaa irratti hirmaachuu, miseensota gumii naannoo qunnamuu fi sagalee kennuudhaan dimokiraasii Australia keessatti hi...
Jijjiirama tajaajila Afaanota Australia irratti SBS gamaaggama haaraa taasisa- Maree
Kanneen Afaan lama dubbattan fi maatiin godaantotaa hedduun sagantaa radio Afaan SBS dhaggeeffachuudhaan waan wal qabatu yaadannoo dhuunfaa ofii isaanii ni qabu. Sagantaan kun waggoota dabraniif babal’achaa fi guddachaa deemee jira. Amma yeroon tajaajila kennaa tureen jijjiirama hawaasa keessatti calaqisaa jiru, Australia ammayoofteef maal akka barbaachisu ilaalchisee Tajaajila Afaanii Gulaaluu ilaaluuf of qopheessuu bira gahamee jira. Gamaaggamni kun ummata ni marihachiisa. Itti-bahi gulaallii kanaas waggaa dhufu baatii Fulbaanaa keessa labsama. Mareen ummataaf banaa dha.
How can we stop domestic violence at the start? - Akkamiin dursanii jeequmsa mana keessaa ittisu?
How can we help raise children to be respectful partners when social media has such a strong influence? Learn how to talk to young people and encourage open conversations to ensure that we end gender-based violence. - Saba himaalee dhiibbaa hamaa geessisaa jiru kana keessatti ijoolleen karaa itti maatii gaarii ijaarratani irrattti akkamiin guddisuu dandeenya? Dargaggoota waliin iftoominaan akka itti dubbattanii fi waliin maree jajjabeessitanii jeequmsa mana keessaa saala irratti hundaa'etti xumura akka itti goodhtan baradhaa.
How laws change, and why it takes time | How Australia Works - Seerri akkamitti jijjiirama, maaliifis yeroo fudhata /Akka itti Jireenya Australia
How do laws change in Australia? Through Rodney Croome’s campaigns for human rights and marriage equality, learn how personal stories, community action, courts and parliament can help change the law, and why the process can take time. - Australia keessatti seerri akkamitti jijjiirama?Duula mirga namoomaa fi walqixxummaaf Rodney Croome taasiseen, seenaan dhuunfaa, akkamitti tarkaanfiin hawaasaa, manneen murtii fi paarlaamaa seera jijjiiruuf gargaaruu akka danda'u, akkasumas adeemsichi maaliif yeroo fudhachuu akka danda'u baradhu.
How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how la...
How laws are made, and how they affect you | How Australia Works - Seerri akkamitti tolfama, akkmittis dhiibbaa sirratti qabaata|Akka itti Jireenya Australia
How are laws made in Australia? Through Wurundjeri Elder Uncle Dave Wandin’s story of the Birrarung, also known as the Yarra River, learn how an idea becomes a bill, passes through Victoria’s parliament and receives royal assent, the formal approval that makes it law. - Australia keessatti seerotni akkamtti tolfamu? Karaa seenaa maanguddoo Wurundjeri Uncle Dave Wandin’s nama Birrarung, akkasumas Yarra River, jedhamuun beekamuu yaadni tokko akkamitti akka wixinee seera ta'ee, paarlaamaa Victoria keessa dabree eyyama moototaa akka argatu, kunis eeyyama sirna seeraa kan isa taasisu.
How Australia Works is an SBS podcast that uses real s...
Why power is split, and how that protects you | How Australia Works - Aangoon maaliif adda baafama, sunis akkamitti si eega | Akka itti jireenya Australia-
After receiving a fine for not wearing his motorbike helmet correctly, Hugo decides to have the matter heard in court. His story explains how Parliament, government and the courts have different roles, and how some official decisions can be questioned. - Namni Hugo jedhamu motora yeroo oofu gonfoo eeggannoo mataatti kaayyachuu dhabuu isaatiin addabbii maallaqaa erga isa argateen booda dhimmichi mana murtiitti akka ilaalamu iyyate. Seenaan isaa akkamitti paarlaamaan, mootummaan fi manneen murtii gahee adda addaa akka qaban fi murtiwwan seera qabeessa tahan tokko tokko akkamitti gaaffii keessa galuu akka danda'an ibsa.
How Australia Works is an SBS...
Abbaa Malkaa Daanyee Dafarshaa fi Aadde Boontuu Becheree- Irreecha 2026
Irreechi bara 2026 Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre hirmaattota hedduun kabajamee oole. Abbaan Malkaa Daanyee Dafarshaa, haala miidhagaa fi kan duraa irra toleen kabajame jedhu. Aadde Boontuu Becheres Irreechi humna fi eenyummaa keenya jechuu nuu himte. guutummaa qophii kanaa akka caqastan isin afeerra.
#118 Losing a job (Med) - #118 Hojii irraa hari'amuu(Med) SBS Learn English
Learn English for talking about losing your job. Practise ways to explain workplace changes and sympathetic responses to someone who has had bad news. - Waa'ee hojii irraa hari'amuu dubbachuu jechoota afaan Inglishii barattu. Waa'ee jijjiirama bakka hojii akkasumas nama hojii keessaa bahe tokko bifa namaa gadduutiin jajjabeessuuf jechoota akkama akka fayyadamtan baradhaa.
Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
- Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
Who really runs Australia, and where you fit in | How Australia Works - Dhuguma Australia eenyutu gaggeessa/Akkaataa itti jireenya Australia
Do you know who can help you with a business permit, a rental problem or family support? Through the stories of Fedele, Carol and Abeer, learn how Australia’s three levels of government work. Find out what local, state or territory, and federal governments are responsible for and where to turn for help. - Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u beektaa? Karaa seenaa namoota Fedele, Carol fi Abeer, jedhamanii akkaataa mootummaan Australia sadarkaa sadan itti hojjetan baradhu. Mootummaan kutaa biyaa ykn naannoo fi mootumman federaalaa maal irratti gaafatamummaa akka qabanii fi gargaarsa barb...
You are already inside the system | How Australia Works - Durumaan sirnicha keessa jirtu/Akka itti jireenya Australia
How do Australia’s governments, laws and public services affect your everyday life? Through real stories, this introduction to the series shows you where to start when you need information and support, and how to question a decision. - Akkamitii Mootummoonni, seerrii fi tajaajilli mootummaa Australia jireenya kee guyya guyyaan wal hidhata? Karaa seenaa dhugaa, seensa mata duree wal duraa duubaan dhihaatu kun yeroo odeeffatnoo fi deggersa barbaaddu eessaa akka jalqabdu akkasumas murtoo tokko tokko akka itti gaaffii keessa galchitu sitti agarsiisa.
How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help yo...
Bonus Practice: #117 Borrowing books at the library (Med) - Shaakala dabalataa: #117 Kitaaba ergifachuu (Med)- SBS Learn English
Practise speaking the dialogue from episode #117 Borrowing books at the library (Med). - Qophii #117 kana irraa waliin dubbatnaa shaakalaa. Mana kitaabaatii kitaaba ergifachuu yeroo deemtan afaan fayyadamtan irraa barattu.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
What are Indigenous Protected Areas in Australia? - Australia keessatti “Indigenous Protected Areas” jechuun maal?- Australia Explained
National parks, nature reserves, marine sanctuaries and Indigenous Protected Areas protect different environments and operate under different rules. What makes an Indigenous Protected Area different, and how can you find out whether you are welcome to visit? - Oolmaan ummataa ykn Paarkiin biyyaalessaa, kuusawwan uumamaa, bakkewwan galaanaa fi bakkoota Eegamoo Abbootii Dachee(Indigenous Protected Areas) naannowwan gara garaaf eegumsa taasisu akkasumas seera gara garaa jala bulu. Naannoo Eegumsaa kan Abbootii Dachee wanti adda taasisu fi daawwachuun ni eyyamamaa adda akkamitti baruu dandeessa?
#117 Borrowing books at the library (Med) - #117 Mana kitaabaa irraa kitaaba ergifachuu(Med)- Learn English
Learn English useful for visiting a library. Practise everyday phrases for returning borrowed items, asking about late fees and due dates, renewing items, reserving titles, and using the library catalogue. - Mana kitaabaa deemtee kitaaba ergifachuuf , jechoota afaan Inglishii fayyadoo tahan baradhu. Kitaaba ergifachuu fi deebisuuf, yoo of harka tursite hagama akka si kafalchiisaan, guyyaa itti deebi'uu qabu ykn guyyaa dabala yoo barbaadde irra deebitee haaromfachuuf, dabrees ammoo akkaataa itti sakatta'anii kitaaba barbaaddatan, mata duree kitaaba barbaadduu argachuu kana kana hundaaf jechoota haaraa guyya guyyaatti shaakali.
Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve le...
Travelling safely in rural and remote Australia - Baadiyaa fi lafa fagoo Australia keessa nageenyaan imaluu - Australia Explained
Australia is a vast and diverse country to explore, but driving in rural and remote areas can involve conditions you may not encounter in cities. Knowing what to expect and how to prepare can help you travel more safely and confidently. - Biyya Australia guddoo fi aada daneettii biyyaa isin ilaaluu qabdani dha garuu gara baadiyaa fi naannawa fagoo yeroo ooftan haallan magaalaa keessatti hin agarre isin mudachuu danda’a. Daandii gara baadiyaa geessu irra yeroo deemtan maaltu isin mudachuu akka malu beekuu fi dursitanii of qopheessuun nageenyaa fi of irratti-amantummaan geessanii deebi’uuf isin gargaara.
Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turte- obo Baarentoo Gadaa - Farewell
Keessummaan qophii keenya har'aa obbo Baarentoo Gadaa ti. aaf-gaafii waliin taasifne caqasuun qophii keenya torban torbaniin dabrus faana bu'uu hin dagatinaa. Artistii fi Falmattuun mirga namoomaa aadde Ilfinesh Qannoo addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Artis Ilfinesh, nama ijoollee dubaraa lama qabdu fi haala tasgabbaa'insa biyya keessaa dhabamuu irraa kan ka'e yeroo dheeraaf biyya Norway jiraachaa turte.
How can my child learn about Indigenous Australia? - Ijoolleen koo waa'ee Abbootii Dachee Australia akkamiin barachuu danda'u - AE
Supporting your child’s connection with the world’s oldest continuing living culture is one of the greatest gifts you can offer them while raising them in Australia. But if you’re new to the country, you may be unsure where to begin. Here are some starting points and ideas to help you and your child learn about Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, cultures and history. - Walitti dhufeenya ijoolleen keessan aadaa addunyaa irratti turaa tahe akkasumas jiraataa fi itti fufiinsa qabu deeggaruun ijoollee keessan Australia keessatti guddachaa jiraniif kennaawwan gurugddaa kennuufii dandeessan keessaa isa tokko dha. Garuu yoo biyyat...
Bonus Practice: #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala Dabalaa: #116 Tajaajila ogeessa beeyladaa
Practise speaking the dialogue from episode #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala dabalaa #116 kana irraa jechoota waliin dubbatnaa keessatti dhageessan hedduu barattu.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
Birth and pregnancy care options in Australia - Da'umsaa fi ulfa ilaalchisee filannowwan Australia keessa jiran- Australia Explained
If you're first-time parents in Australia, choosing where and how to give birth can feel overwhelming. Whether you go through the public or private health system, it is important to understand your options and know where to reach out for advice to make the right decision for you and your baby. - Australia keessatti reef jalqabaaf daa'ima godhachuuf tahe, eessatti akka deessuu fi akkamtitti akka deessu filachuun xiqqoo rakkisaa tahuu mala. Kan yoo mana yaalaa mootummaa ykn kan dhuunfaatti da'uu barbaadduu filannowwan jiran beekuun kee baayyee barbaachisaa dha. Akkasumas ofii kee fi daaíma keef murtii qajeelaa fudhachuuf eessaa akka g...
#116 Visiting a vet (Med) - #116 Tajaajila ogeessa beeyladdaa- Learn English
Learn English useful for talking about your sick pet. Practise everyday phrases for explaining when an animal is not eating, drinking, or acting normally. - Beeylada manaa keessan tajaajilchiisuuf yeroo deemtanitti afaan dubbannaa keessan fooyyeffachuuf jechoota haaraa baradhaa. Keessattuu yeroo beeyladni keessan waa nyaachuu ykn dhuguu didan, ykn amala addaa agarsiisan jechoota itti fayyadamtanii ibsitan qophii kana irraa barattu.
Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
- Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
Can you pick fruit from someone's garden? - Ooyiruu namaa keessaa fuduraa fi kuduraa cirachuu dandeessuu? - Australia Explained
Walking through an Australian suburb, you might spot everything from curry leaves and lemons to tomatoes and herbs growing in front gardens or on verges. But is it legal to pick it? This guide explains when it's legal to pick produce, why permission matters, and how community gardens offer another way to grow your own food. - Naannawa Australia keessa yeroo deemtan tarii biqiltoowwan kanneen akka baala urgooftuu fi loomil irraa haga timaatimatti manneen namaa fuulduratti biqilanii ykn qarqara karaatti biqilanii arguu maltu. Garu cirachuun seeraan ehamamaa dhaa? Qophiin kun yeroo itti oomisha akkasii fayyadamuun ehamamuu fi ehamnis maaliif barbaachisaa...
Bonus Practice: #115 Working on the side (Med) - Shaakala Dabalaa: #115 Hojii sutataa(dabalaa) hojjechuu (Med)
Practise speaking the dialogue from episode #115 Working on the side. - Qophii #115 kana caqasuun jechoota haaraa barattu. Waliin dubbannaa hojii sutataa(dabala hojii) kan dhaabbataa irratti qaban biratti hojjetan ilaalchisee namootni haasawan caqasuun jechoota hedduu barachuu dandeessan.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
What are the rules for taking photos in Australia? - Australia keessatti suuraa kaafachuuf seera akkamtu jira? - Australia Explained
Whether you’re new to taking photographs, a social media content creator or a professional photographer, it’s important to be aware of where you can and can’t take photographs. Here’s what to consider before you take that perfect photograph, legally. - Suuraa kaasuuf haaraa yoo taate, qabiyyee miidiyaa hawaasaa uumuu ykn ogeessa suuraa kaasu yoo taate, bakka suuraa kaasuu dandeessu fi hin dandeenye beekuun barbaachisaa dha. Suuraa mudaa hin qabne sana kaasuun dura waan ilaaluu qabdan kuno ti, seeraan.
What are my rights if stopped by police in Australia? - Australia keessatti yoo poolisiin na dhaabe mirgootni koo maalfaa dha? - AE
Police officers have a range of operational powers they can exercise under legislation, including to ask questions, give ‘move on’ directions and conduct searches. Here’s what you need to know about your basic rights and obligations in a police interaction. - Poolisootni aangoo hojii seera jalatti fayyadamuu danda'an adda addaa qabu, kanneen akka gaaffii nama gaafachuu, kallattii ykn qajeelfama akka "socho'i" ("move on") jedhu dabarsuu fi nama sakatta'uu dabalatee. Yeroo poolisiin waliin dubbattan keessatti mirgootaa fi dirqamoota isin qabdan beekuun isini irra jiru kunoo ti.
#115 Working on the side (Med) - #115 hojii sutataa(dabalaa) (Med)
Learn English useful for talking about side hustles and earning extra income. Practise everyday phrases for describing additional work, managing responsibilities, and talking about money. - Namootni baayyeen hojii dhaabbataa isaanii biratti hojii sutataa ykn dabalaa cinatti ni hojjetu. waa'ee hojii dabalataa kanaan galii argachuu ilaalchisee waliin dubbatamu kana irraa afaan Inglishii keessan fooyyeffattu. Jechoota guyya guyyaatti waa'ee hojii dabalaa, itti gaafatamummaa jiran mijeeffachuu, waa'ee qarshii fi kkf waliin dubbachuun jechoota haaraa shaakalaa.
Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
- Keep practising the phrases from this ep...
Ob Abdallaa Sheekaa fi ob Bantii Ol'iiqaa lakkoofsa ummataa - Census ilaalchisee
Obbo Bantii Ol'iiqaa fi obbo Abdallaa Sheekaa, lakkoofsa ummataa ykn Census Australia torban dhufu gaggeeffamuuf deemu, hawaasni keenya sirriitti hubatee guutuu qaba jedhu. Guyyaan Kibxata(Tuesday) Hagayya ((August) 11,2026 galgala yeroo tahu, namootni waraqaa argatanis dursanii guutuu danda'u jedhu. Aadaa fi afaan ofii sirriitti dhugummaan guutuun tajaajila barbaachisu hawaasichi argachuu irratt bu'aa qabaachuu irra dabree bakka bu'ummaa ofii dhugoomsuu dhas jedhu obbo Abdallaa fi obbo Bantiin. Caalaatti hubachuuf caqasaa.
What is the Garma Festival and why is it important? - Ayyaanni Garma ykn Garma Festival maal akkasumas maaliif barbaachise?- Australia Explained
The Garma Festival is Australia’s largest Indigenous cultural gathering where thousands of people travel to a remote town in Nhulunbuy on northeast Arnhem Land in the Northern Territory. Here's what happens at Garma and who can attend. - Ayyaanni Garmaa walitti dhufeenya aadaa Abbootii Dachee Australia isa guddaa yoo ta’u namoonni kumaatamaan lakkaa’aman gara magaalaa fagoo Nhulunbuy gara kaaba baha Dachee Arnhem fi noonnoo Kibba biyyattiitti argamutti imalani dha. Garma keessatti maaltu akka tahuu fi eenyus irraa hirmaachuu akka danda'u qophii kana keessatti ibsama.
Bonus Practice: #114 Talking about the Census and data security (Med) - Shaakala Dabalataa: #114 Waa'ee lakkoofsa Ummataa fi tika Data irraa dubbachuu - LE
Practise speaking the dialogue from episode #114 Talking about the Census and data security. - Qophii Shaakala Dabalataa kan #114 irraa waa'ee Lakkoofsa Ummataa fi tika Data irraa dubbachuun waliin haasawa shaakaluu dandeessu. Yeroo qophii kana dhaggeeffattan jechoota haaraa barattu. Lakkoofsi Ummata(Census) jechuun maal, maal gochuu qabdu, iccitiin dhuunfaa akkamiin eegama kan jedhus irraa barattu.
Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.