VOICE FROM THE HORN Podcast

40 Episodes
Subscribe

By: CHALA ABATE

VOICE FROM THE HORN – VOFTHO PodcastStories, Politics, Culture & Voices from the Horn of AfricaVOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa.Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, the platform focuses especially on the voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging.Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO creates space for stories often overlooked by mainstream media. The podcast features writers, artists, professionals, activists, and survivors whose journeys re...

✂️ Turn this podcast into clips
ABO irratti kan hin duulle WAAQAYYO qofa
ABO irratti kan hin duulle WAAQAYYO qofa episode artwork
#229
Today at 11:00 AM

Ololli yeroo ammaa ABO irratti deemu kijiba dhugaa fakkaatu( Fallacy) kan ittiin Oromoo burjaajessuun dhaabicha cabsanii Kaayyoo QBO gufachiisuti!

Send us Fan Mail

Support the show


Marii Tiktok irratti taasifame
05/24/2026

Send us Fan Mail

Support the show


Diraamaa miseensota WBO durii Kutaa 2ffaa
#228
05/17/2026

Diraamaa Seenaa Qabeessa miseensonni WBO durii hojjatan kutaa 2ffaa

Seenaa shalli Oromoo keessa bahe…

Send us Fan Mail

Support the show


Diraamaa miseensota WBO durii
#227
05/17/2026

Diraaman kuni calaqqee seenaa uummata Oromoo akka gaaritti ibsa.

Send us Fan Mail

Support the show


Diraamaa miseensota WBO durii
#227
05/17/2026

Diraaman kuni calaqqee seena uummanni Oromoo keessa darbe haaritti agarsiisa.

Send us Fan Mail

Support the show


Waayee WBO mooratti galchuu irratti J/Daawud Ibsaa maal jedhan
Waayee WBO mooratti galchuu irratti J/Daawud Ibsaa maal jedhan episode artwork
#227
05/17/2026

Send us Fan Mail

Support the show


Guyyaa Gootota Oromoo: Irbuu Shinniggaa
Guyyaa Gootota Oromoo: Irbuu Shinniggaa episode artwork
#226
04/16/2026

Marii Jaal Ayyaana, Dr Baaroo fi Caalaa Hayiluu taasisan caqasaa

Send us Fan Mail

Support the show


Sirboota aadaa fi Waaqeffannaa Nagii Tolaa fi Urgii Daadhii fi Hawwisoo Jiituu Adaamaa durii
#234
03/02/2026

Send us Fan Mail

Support the show


Lafti keenya Lafee keenya
Lafti keenya Lafee keenya episode artwork
#234
01/22/2026

Marii Dr. Dagafaa Abdiisaa fi Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin dhimma maqaa misooman Oromoon buqqifamu irratti goone caqasaa

Send us Fan Mail

Support the show


Aabbuu Seeraa fi #MasterPlan 2ffaa
01/18/2026

Send us Fan Mail

Support the show


Development Without Justice Is Not Development
Development Without Justice Is Not Development episode artwork
#233
01/15/2026

My thoughts on the displacement or eviction of Aabbuu Seeraa Oromo farmers in the name of a grand project called the Bishoftu International Airport building.

Development Without Justice Is Not Development

Why Evicted Oromo Farmers from #Aabbuu-Seeraa Must Be Compensated Fairly and Included in the Future

https://www.facebook.com/share/v/1CwSgomTiU/?mibextid=wwXIfr

Large-scale development projects are often presented as symbols of national progress. Airports, highways, and industrial zones are hailed as engines of economic growth, modernity, and global integration. However, when such projects...


The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image.
The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image. episode artwork
#232
01/14/2026

The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single image

While you listen to the Ilfes music, watch closely the picture I used as profile of the music too

Send us Fan Mail

Support the show


Bara 2025 keessa Dararaa uummanni keenya keessa darbe akka keessa deebitti marii J/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa marii taasisne
12/30/2025

Itti fufiinsa dararaa, hidhaa, ajjeechaa fi jeequmsa jireenya bara 2025 keessa Bilxiginnaan uummata keenya irratti raawwachaa turte keesaaa hamma tokko

J/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa tu marii taasise.

https://www.youtube.com/live/siwEEJ5mrLo?si=3Nb50NgoU05CtHwq

Send us Fan Mail

Support the show


Dhufuu fi Gugeen Koo
#203
12/15/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Burree
12/15/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Qubee Afaan Oromoo - Birhaanuu Hundee tiin
Qubee Afaan Oromoo - Birhaanuu Hundee tiin episode artwork
#228
11/18/2025

Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO )maalirra jira?

 DHALOOTA FINCILAA 

Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO)maalirra jira?

Birhaanuu Hundee tiin


Waggoota shantama dura, yeroo ”Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa ”jedhamee dubbatamu sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee sadarkaa har’aa kanarra ni gaha jedhee eenyutu yaade? Afaan Oromoo barreeffamuun isaa hafee akka hin dubbatamneeyyuu dhiibbaan irra
gahamaa akka ture seenaatu ragaa ta’a. Galatni qabsaa’ota Oromootiif addatti immoo ABOf haa ta’u, kunoo Afaan keenya Qubee ittiin barreeffatus argatee; har’a Afaanota biroo wajjin Addunyaa...


SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE
SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU  QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE episode artwork
#227
11/17/2025

SADAASA2025: SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU 

QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE KEESSATTI INJIFANNOOLEE AKKAMII GALMEESSEE AKKAMIIN AMMOO GALMA GA'UUF WAREEGAMNI ITTI KAFFALAME HANQATE? MAAL IRRAA BARANNA EGEREEF? HARDHA WARRA QABSOO BARATTOOTA OROMOO JALQABAA KEESSA TURAN WALIIN MUUXANNOO FI HAALA AMMEE XINXAALLA. ISAANIS DR DASSAALANY N.GUYYUU BARSIISAA YUNIBARSIITII FI DR.CAALAA O-ABDIISAA OGEESSA FAYYAA TI.

Kanneen karaa  YouTube caqasuu barbaaddan Link armaan gadii kana https://www.youtube.com/live/dTkVAKKSUl8?si=Nmn9JEU_n-nTvmyv cuqaasaa

Send us Fan Mail

Support the show


Seenaa Finfinnee fi abbeentummaa magaalaa Finfinnee Obbo Ida’oo Boruu maal jedhan
Seenaa Finfinnee fi abbeentummaa magaalaa Finfinnee Obbo Ida’oo Boruu maal jedhan episode artwork
#226
11/17/2025

Seenaa Finfinnee irratti Obbo Ida’oo Boruu Odaa oso hin du’in dhalootaf waan dhaame qaba ture. Caqasaa

Send us Fan Mail

Support the show


Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa
Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa episode artwork
#225
11/11/2025

Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha.

Sagaleen caqasuuf deemtan kunis:

J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa, Caalaa Hayiluu, Prof. Moosisaa Aagaa, Dr. Baaroo Qannoo fi jaal Yaddii ( Gamteessaa Boruu) ti.

Send us Fan Mail

Support the show


Alii Shabboo- Jaalallee too
#2024
11/04/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Dhugaa Oromoo fi Fakkeessii Bilxiginnaa PP
Dhugaa Oromoo fi Fakkeessii Bilxiginnaa PP episode artwork
#2023
10/09/2025

Send us Fan Mail

Support the show


The Dhuggeeffannoo Oromoo book highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation, along with cultural expressions such as Irreecha and the spring festivities. Mr. Ayyaanaa discusses this with the author, Caalaa Hayiluu.
The Dhuggeeffannoo Oromoo book highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation, along with cultural expressions such as Irreecha and the spring festivities. Mr. Ayyaanaa discusses this with the author, Caalaa Hayiluu. episode artwork
#231
09/30/2025

Kitaaba Dhugeeffannoo Oromoo: AYYAANOTA Tibba Birraa ayyeeneffataman Fulbaana 2025  Caalaa Hayiluun barreeffamee maxxanfame irratti barreessaa Caalaa Hayiluu fi Obbo Ayyaana Goobanaa godhan caqasaa 


This book is a cultural-historical work that explores Oromo culture, with a particular focus on Irreecha and other traditional festivals celebrated during Birra, the spring season of Oromia. It is based not only on research, but also on lived experiences, conversations with experts and elders, and the lessons I learned in Galma Waaqeffannaa when I was back home.


Within Oromo history and traditions, Irreecha stands as a sy...


Irreechaa celebrations in Sweden in 2025 with Oromo music and vibes.
Irreechaa celebrations in Sweden in 2025 with Oromo music and vibes. episode artwork
09/30/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Marii Hayyoota Oromoo prof. Asafaa Jaalataa fi Prof. Moosisaa Aagaa waliin Dr. Baaroo Qannoo taasise
Marii Hayyoota Oromoo prof. Asafaa Jaalataa fi Prof. Moosisaa Aagaa waliin Dr. Baaroo Qannoo taasise episode artwork
#230
08/23/2025

Marii kana keessatti wal dhibdee Oromoo fi Xoophiyaa,

Amalootaa sirba Habashaa fi Oromoo akkasumas haala amma keessa jirruun egeree Oromoo akkamiin Akka sirreessuu n danda’amu irratti hayyoonni kuni marii godhan. Hordofaa

Send us Fan Mail

Support the show


Eebba Ajaayibaa- Leel jedhaa
08/05/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Walaloo Caalaa Hayiluu : Gaafasii fi Gaafana
08/05/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa episode artwork
#224
07/22/2025

Seensaf:  kitaaba  Sacred  Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa:


Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee yeroo deeme waliin dubbii akaaka isaanii Ruda Kuraa, Akaakayyuu Gammachuu Magarsaa  waliin taasisan ilalla.

Dr. GM : Laal dhaloota keenya , Laal waan nwaan nuti hojjannee arganne, sirna sin dadhabdan kan sin miidhaa bahe nuti darbannee amma sirna uummataaf tahu finner uummanni Lafa isaa deebifate.

RK : Gaafa Jootee Tulluu dhufe ni gammanne, Orom...


Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO
Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO episode artwork
#2023
07/17/2025

CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO  jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr.Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr.Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa.

Send us Fan Mail

Support the show


Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan?
Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan? episode artwork
#223
06/24/2025

Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. Caqasaa

Send us Fan Mail

Support the show


GANTUMMAA Vs GADAA OROMOO
#222
06/15/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Sirba weellisaa Abdallaa Huseen
Sirba  weellisaa Abdallaa Huseen episode artwork
#221
06/02/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Turti Ani bara 2015 Raadiyoo Finfinnee waliin taasise
#120
04/22/2025

Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessatti

Imala joollummaa koo Salaalee gara Booranaa

Booranaa gara Adaamaa 

Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaa

Seenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. Caqasaa

Send us Fan Mail

Support the show


Sirna Eebba Kitaaba Caalaa Hayiluu
#115
04/21/2025

Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera.

https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdE6sFkc7gGfRGpSJU_IT4_N3OrH6kdU


Kitaabni kuni takkaahuu waan dhalli Oromoo tokko darbeeyyuu uummanni keenya keessa jiraateefi jiru fi jiraachuu fedhu, diddaa fi roorroo, beelaa fi dheebuu,hongee fi godaansa, lolaa fi nagaa, jaalalaafi jibba, waadaa fi gantummaa, gootummaa fi albaadhessummaa. Faroo- falaa fi raaga, ijibbaataa fi...


Guyyaa Afaan Dhalootaa ykn afaan jalqabaa Maalif yaadannaa?
04/16/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Walaloo: Irbuu Shinniggaa
Walaloo: Irbuu Shinniggaa episode artwork
#214
04/16/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Sirba durii: Weellisaa Jireenyaa Ayyaanaa
04/16/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Sirba Durii : Ilfinesh Qannoo
04/16/2025

Send us Fan Mail

Support the show


Ji’oomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone.
Ji’oomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone. episode artwork
#213
04/07/2025

Ji'oometirii Oromummaa
 CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona.
nuwaliin turaa

https://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz

"Ji’oomeetrii Oromummaa"
       ~~~~~
Waraqaa mata-dureen "Ji'oomeetrii Oromummaa" jettu kana nama hedduu tu na gaafata. Eeyyee, Waxabajjii, bara 1994 ture kanan barreesse. Waggaa 29 har’aa ta’uusaa ti. Jalqaba barruulee eebbaa (graduation bulletin) kan Dhaabbata Leenjii Barsiisotaa Adaamaa (Adama TTI) irratti maxxante. Itti aansee barruulee eebbaa barattoota Oromoo Yuuniversiitii Finfinnee, boodarras barruulee yeroo sana Afaan Oromoon qophooftu "Madda Walaabuu" jedhamtu irratti maxxante. F...


Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa
Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa episode artwork
#212
03/24/2025

Egereen Oromoo oluma!

Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa.

Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin taane akka baduuf baajata itti baasee dhabamsiisuug hojjata.

Qaroo, beekaa fi inni of tahe, kan eenyummaa, duudhaa fi aadaa isaa jaalatu garuu akkasitti akka iftee mul’attuuf irratti hojjata. Garaa gabrummaan beekuu fi beekuu dhabuu, of tahuu fi of tahuu dhabuu as irra jirti jechuu dha.

Hawaasni Oromoo #Canada- Kaanaadaa fi keessattuu namoonni dhimma ka...


Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone.
Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone. episode artwork
#211
03/08/2025

De. Shuggux Galataa  miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan ta’aniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo fi hiriira siyaasaa gaanfa Afrikaa irratti dubbanne.

Send us Fan Mail

Support the show